Daniel 2:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
miila isaa sibiila guraacha, faana isaa sibiila guraachafi faaraani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mogoleen isaa sibiila irraa, wodhakkaan luka isaa sibiila irraa, wodhakkaan ammo faara irraa hojjataman;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sarbaan isi'ii sibiila irraa, miila isi'ii gar tokko sibiila irraa, gar kuun faara irraa hujameeraayyu.