Daniel 2:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yayu hayyu lafa nami keesa tau ch'ufa si tolche, horifi bineensafi simpirre ch'ufa si jalati bulche. Mataani worqi suni sii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaa biyya maraa si taasiseera; nama, busaawa'aa fi simbirran irratti baallii sii kenneera; kanaafuu mataan worqii sanii si'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni ilmaan namaa, horii, bineensotaa fi sinbirroota addee isaan jiranu maratti isaan mara irratti bulchaa si godheera. Tanaaf mataan fakki'ii ka worqi'ii sun si'i.