Daniel 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri afaani Aramutini waan jed'e, Ee hayyicha, lubbu buli! Oobju tante nuti himi, waan isiini d'ooftu siti himna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mootichaan, «Mooti'ii! bara baraan jiraadhu; eebjuu kee nutti himi nu ammo hiikkaa isaa sitti himnaa» jedhanii afaan worra Sooriya'aatiin isaa deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan afaan Aaramiitiin mootichaan, «Ee mooticha, haga bara baraa le'i! Oojjuu teeti nu tajaajiltoota teetitti himi; nuutille hiikkaa isi'ii sitti hin beessinna» jedhane.