Daniel 2:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Nebukadrezani Danieli guddise isa durati lafaani ufi d'ae waan biyyaani jed'e, sorio baasafi hit'aanale aarsafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootiin Nabukadanatsoor haga kallachi isaa lafa tuqutti kufee Daani'eelii sagadee kennaa midhaaniitii fi hixaana akka fidaniifiif ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Nebukadnezaar fuulaan lafatti gad gombifamee, Daani'eliif sagade; kennansa midhaaniitii fi hixaanaa akka isaaf dhikeessanuufille ajaje.