Daniel 2:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani duuba hayyuuni Danieli ulfinnaafi waan heddu muumme inqamne kenneefi, gudda lafa Babiloni ch'ufa isa tolche, jara hayyu mala d'aule ch'ufa mataa iti tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Daani'eeliin hulee ulfinnaa guddaa kaayee kennaa heddu kenneef; bulchiinsa biyya Baabiloonii maraa keessatti bulchaa worra gugurda'aa isa taasise; ogeeyyii biyya Baabiloonii maraa irratti bulchaa taasisee isa muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daani'eliif, kennansa gugurdaa hedduu kennee, kutaa biyya Baabilonii duudii irratti bulchaa isa godhe; worra qaroolee Baabilonii irralle'etti itti gaafatamaa isa godhe.