Daniel 2:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'acha Danieli gula, hayyichi huji lafa Babiloni ch'ufa harka Shadrakafi Meshekifi Abednego kenne; ammo Danieli hayyuma birati hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Daani'eel isa kadhatetti mootichi Sidiraaqiin, Misaaqii fi Abdinaagoo godinoota Baabiloonii maraa keessatti bulchoota taasisee isaan muude; Daani'eel ammo mootummaa isaa irraa uduu hin fagaanne jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaffii Daani'eliitiin mootichi Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoo biyya mootummaa Baabilonii duudii irratti bulchoota isaan godhe; Daani'el ammoo mana mootumma'aa keessatti hafe.