Daniel 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan worraani jed'e, Isani oobjufi waan isiini d'ooftule nati hima, yo himu baatani, anini harkaafi miila isani iraa ch'ire maneeni teesanile balleese ona tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi deebisee «isin jalqaba eebjuu kiyya, itti aansa'aatii hiikkaa isaa natti himaa'a; yoo isin kana hin goone ammo akka harkaa fi miilli keessan mummuramuu fi akka manni keessan diiggamee tuulaa diiggamee ta'u murteesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille deebisee isaaniin, «Isin oojjuu tiyyaa fi hiikkaa isi'ii yoo natti hin himin, harki fi miilli keessan akka isin irraa ciramu, manni keessanille diigamee tuulaa kosi'ii akka te'u jabeessee murteeffadheera.