Daniel 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri ammalle waan jed'eeni, Ee hayyicha, yo atini oobju suni nuti himte, nu dandeenne waan isiini d'ooftu siti himna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee «mootii keenna! eebjuun kee maal akka ta'e nu'u tajaajiltoota teetitti himi; nullee hiikkaa isaa sitti himnaa» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammalle, «Mooticha keenna, oojjuu teeti nu tajaajiltoota teetitti himi; nuutille hiikkaa isi'ii sitti hin beessinna» jedhanee deebisane.