Daniel 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni anini ya hubad'e, isani ufumaa ch'iiftani guyya dabarsitani, wonti akanatiifi isani aka anini isani ch'ufa gaargala takaa itiini d'ufu fed'u ya gartani, hojja isani oobju nati himu dad'abdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi haga waan kana dhagaye, «Isin akka ani murtii jabaa murteesse waan beettaniif karoorri keessan waan kana tursiisuu akka ta'e beekeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi deebisee, «Ani jabeessee akka murteeffadhe waan beettanuuf, yennaa dheerefatiisaaf akka wodhaaniisatti jirtanu hubadheera;