Daniel 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Nebukadrezani akheekha woi ka worqi, ka d'eerinni isaa d'und'uma jaatama, ka ballinni d'und'uma jaa, mid'aase, lafa Babiloni keesa dira Dura jed'ani keesa old'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Nabukadanatsoor fakii worqi'ii ka dheerinni isaa ciqilee jahaatamaa, ka dalgi isaa ciqilee jahaa gayu hojjachiise; bulchiinsa Baabiloonii keessa raasaa Duura'aa keessa fidee dhaabsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Nabukadnezaar fakkii worqi'ii ta hojjaan isi'ii ciqilee jaatamaatii fi badhinni isi'ii ciqilee jaa hujisiisee, kutaa biyya Baabilonii keessaa dirree afaan isaaniitiin, «Duraa» jedhantu keessa dhaabe.