Daniel 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini seera baafte waan jette, Hojja qonqo sirba d'ageetani, nami ch'ufti ha gajed'e, akheekha worqiini mid'aasani kana guddisu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii keenna! ati akka fakii worqi'iitii hennaa laagaa xurumba'aa, laagaa meeshaa shaka shaka jedhuu, ka Masiinqo'oo, kiraaraa, kiraara sagalee guddaa dhageessisu, laagaa boobaa afuufaniitii fi laagaa meeshaa faaru'uu maraa worri dhagayan akka kufanii sagadan labsii labsitee turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee mooticha, ati ‹Nami duudiin qoonqoo tultulla'aa, ta meya akka suusulle'ee, maseenqo'oo, kiraaraa, kiraara guddichaa, suusulle'eetii fi sirba duudi'ii yennaa dhage'u fakkii worqi'iitiif jigee sagaduu ti;