Daniel 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle nama gajed'e kad'achu dide ha goola ibida keesa buusaniti jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kufee hin saganne yoo jiraate goola ibiddaa keessatti akka gatamu ajaja kenniteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
eennulle nami jigee hin sagadin bobe'a ibiddaa keessa darbamuu ti› jettee ajaja baatteerta.