Daniel 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi suni d'ageennaani hayyichi aka male dallane. Jara suni sadeeni natiini koota jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi haga waan kana dhagaye guddisee aaree Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo akka waaman ajaje, isaanillee dhufanii mooticha afoo dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Nebukadnezaar yennaa tana dhage'e guddoo aaree, Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoo gara isaa akka fidanu ajaje; isaanille mooticha duratti isaan dhikeessane.