Daniel 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ufe jennaani waan jed'eeni, Shadraka, Mesheki, Abednego, isani d'uguma waaqa kiyyaafi akheekha worqiini mid'aasani ka anini old'aabe kana durati gajettani kad'acha diddani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabukadanatsoor isaaniin, «Isin Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo! waaqolee tolfamaa kiyya waaqeffatu'uu fi fakii worqi'ii ka ani dhaabee sagaduu diduun keessan dhuga'aa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaar isaaniin, «Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neego'o! Isin dhugumaan waaqota kiyya hin tajaajiltanuu? Fakkii worqi'ii ta ani dhaabelle hin waaqonfattanuu?