Daniel 3:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shadrakafi Meshekifi Abednegoni waan jed'aniini, Ee hayyicha, nu dubbi sini jennu d'ibi inqamnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo mootichaan, «Mootii keenna! waan kana irratti deebiin nu'u waan kana uf irraa ittisu'uuf deebisuu nu barbaachisu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoon mootichaan, «Ee Nebukadnezaar, waan kana irratti nuuti deebii falmataa siif kennuu hin barbaachisu.