Daniel 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo inni nu baasule baate, nu waaqa kanketifi akheekha worqiini mid'aasani ka atini old'aabde durati gajenne inkad'annu, beekad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii keenna! yoma inni nu hambisuu baatellee, nu'u waaqolee tolfamaa kee akka hin waaqeffannee fi fakii worqi'ii ka ati dhaabdee akka hin saganne beeki» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo nu baasuu dhabelle, nuuti waaqota keeti akka hin tajaajille, fakkii worqi'ii ta dhaaddelle akka hin waaqonfanne beeki» jedhane.