Daniel 3:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyichi seera jaba baase ibida suni haga qarale ira goola jed'eefi, ibidi suni aka male bobae, jara worra sadeeni kaaniini yaule gube hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi ibiddi akka guddisee bobawu ajaja jabaa kennee waan tureef namoota Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo ibiddatti gatan sanniin arrabni ibiddaa isaan ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji mootichaa jabaa waan te'eef, ibiddi akka malee gabbatiisatti waan jiruuf, bobeenni ibiddaa worra Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoo geessee ibiddatti darbe gubee ijjeese.