Daniel 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Shadrakafi Meshekifi Abednegoni ka hid'aansa kaani qabani, wod'aka ibida suni keesati jigani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jarri sadiin sunniin ammo akkuma guddisanii hidhamanitti goola ibidda bobawuu keessa bu'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoon isaan sadiinuu akkuma hidhamanee jiranuun bobe'a ibiddaa san keessatti jigane.