Daniel 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani maro tokotu Nebukadrezani mame olch'ee waan jara ufitini jed'e, Nu nama sadi hiine ibida keesa imbumne? Worri waan jed'eeni, Ee, yayu buumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Nabukadanatsoor maalala'aa daddafee ka'ee, «Namoonni hiinee ibidda keessatti darbine sadiin calla'aa mii?» jedhee worra gorsan kennaa gaafate; isaanillee «Ee mootii keenna!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Nebukadnezaar maadeffatee ariifatee ol ka'ee, «Namooti nuuti hiinee ibidda keessa darbine sadii motii?» jedhee gorsitoota ifii gaafate. Isaanille deebisanee mootichaan, «Eeti'i» jedhane.