Daniel 3:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Nebukadrezani fulla ibida kaani d'ufe, worra kaani yaame waan jed'e Shadraka, Mesheki, Abednego. Hojattu Waaqa gudda, gabaha! Jennaani worri hojuma suni ibida suni keesaa yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabukadanatsoor gara goola ibiddi itti bobaya'aaruu dhiyaatee, «Isin worri Waaqa guddaa tajaajiltan Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo! baya'aa as koottaa'a!» jedhee isaan waame; isaanillee ibidda keessaa bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaar gara balbala bobe'a ibiddaa dhikaatee, «Isin tajaajiltoota Waaqa ol-aana'aa Shaadraak! Meshaak! Abed-neego'o! Kowa'a as baya'a!» jedhe. Isaanille ibidda keessaa bayane.