Daniel 3:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi Shadrakafi Meshekifi Abednego lafa Babiloni keesa guddinna d'ibi, worri qara inqamne, kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi haga waan kana labseen maayessa Sidiraaq, Misaaqii fi Abdinaagoo bulchiinsa Baabilooniititti kabajjee isaan muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi Shaadraak, Meshaakii fi Abed-neegoo kutaa biyya Baabilonii irratti bulchitoota godhe.