Daniel 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami magalata d'au lalabe, biyya yaame waan jed'e, gumi gosa gosa, ta d'aloota d'aloota, ta afaani afaani dubbatu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namni labsii labsu tokko laagaa ufii ol qabatee, «Isin baniin biyya gara garaatii dhuftanii fi gofti afaan gara garaa dubbattan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nami lassii lassu qoonqoo guddo'oon, «Ee kolbaa heddu'u, gosi biyya adda addaatii fi kolbaan afaan adda addaa dubbattanu duudiin dhage'a'a!