Daniel 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani magalatafi dibbefi bilbilafi kiraarifi fulludoofi qonqo miha sirba heddu d'ageetani, gajejed'a, akheekha woi, ka worqiini mid'aasani, ka Nebukadrezani mid'aase guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa laagaa xurumba'aa, laagaa meeshaa shaka shaka jedhuu ka Masiinqo'oo, kiraaraa, meeshaa faaru'uu ka laagaa gara garaa kennu, laagaa boobaa afuufamuutii fi laagaa meeshaa faaru'uu maraa dhageettan kuftanii akka fakii mootichi Nabukadanatsoor dhaabee sagaddan ajanyi isinitti bayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa qoonqoo tultulla'aa, ta meya akka suusulle'ee, maseenqo'oo, kiraaraa, kiraara guddichaa, suusulle'eetii fi sirba duudi'ii dhageettanu, fakkii worqi'ii ta mootichi Nebukadnezaar dhaabeef gad jiga'aatii sagada'a.