Daniel 3:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan kana ingudisini ch'ufa hojuma suni fuud'ani goola ibida keesa buusani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni fakii sanii kufee hin saganne yoo argame yoma san goola ibidda bobawuutitti gatama» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gad jigee hin saganne yennuma san barbada bobe'a ibiddaa keessa darbama» jedhe.