Daniel 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Ee hayyicha, lubbu buli!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mootii Nabukadanatsooriin, «mootii keenna! baraa haga bara baraa jiraadhu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mooticha Nebukadnezaariin, «Ee mooticha, haga bara baraa le'i!