Daniel 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Nebukadrezani qonqo tana nama gosa ch'ufatiifi ka d'aloota ch'ufatiifi ka afaani afaani dubbatu, ka lafa keesa jiru ch'ufa iti erge bultiini isani nagaya? Nageenni isani bad'aad'a? jed'e nagaya fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Nabukadanatsoor banii adunyaa irra jiraatanii fi gosa afaan gara garaa dubbatan maraaf ergaa kanniin dabarse. Nageenni isiniif haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Nebukadnezaar gara kolbaa heddu'uu, gosa biyya adda addaatii fi kolbaa afaan adda addaa dubbattu ta biyya lafaa duudii keessa leetuu ergaa ergee: «Nageenni isiniif te'u!