Daniel 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani suni lalabde waan jette, mukha kana muri, dame isaa ch'ufa iraa ch'ich'iri; obeensa iraa guuri, mid'aani iraa d'abbi, bineensa jalaa gussi, simpirrele dameele iraa gussi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan sun laagaa ufii ol qabatee akkana jedhe; «muka kana muraa'a; haafa isaallee cicciraa'a, baala isaallee irraa xuruuraa'a; daraaraa isaallee irraa harcaasaa'a; bineensonni gaaddisa isaa jala jiran simbirran haafa isaa irra jiranillee haa dheessanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
innille qoonqoo guddo'oon, «Muka san mura'a jissa'a; dameelee isaa ciccira'a; baala isaa soxooxa'a; midhaan isaa bittinneessa'a; bineensoti isa jalaa, sinbirrooti dameelee isaa irraa baqatanuu ti.