Daniel 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hundafi hidda lafa keesati hambisi, hunda isaa suni sibiila guraachafi diima iti kayi hid'i, lafuma keesati buuyooni woliini lakisi. Duuba ha fiit'eesi isa jiisuti, ha bineensafi buuyo woliini tauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gufuu isaa ammo haada sibiilaa fi sibiila diimaa irraa hojjatameen naannaya isaa hidha'aatii lafuma san jalatti dhiisaa'a; akkuma marga lalisaa keessa jiru sanitti raasa'atti akka hafu godhaa'a; Fixeensa sami'iitiin haa shamuu; raasa'atti busaawaa woliin marga dheeda'aa haa jiraatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jirmaa fi hidda isaa ammoo, wodaroo sibiilaatii fi sageettu'uutiin hidha'aatii, marra bisilee diida keessaatitti lafa keessatti lakkisa'a. «‹ «Inni fixeensa ol gubba'aatiin jiidhuu ti; bineensota woliin marra lafaa keessa le'uu ti.