Daniel 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga ganna torba inni ha qalbi nama d'abe, ta bineensa argatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sammuun namummaa isaa jijjiiramee haga woggaa torbaa akka bineensaatitti haa jiraatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin isaa qalbii namaa irraa jijjiirantee, haga woggaa torbaatitti qalbii bineensotaatiin le'uu ti.