Daniel 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini dubbi malaikaani qulqullooni kurfo d'ufte taani ch'ufti dubbate buufate. Tanaafi nami lafa keesa jiru ch'ufti ha beekhu, aka Waaqi guddaani nama nama fidu ch'ufa fide abba fed'u finna suni kennu — nama woma keesa injirrele ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka murtii kana dabarse maleekkota woyyu'u; sababaan kun ta'eef akka Rabbiin maraa olii mootota lafaa irratti akka baallii qabu namni maruu akka beekuuf; inni nama ufii barbaadeef baallii kenna; worra tuffatamanii baallii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Murteen tana ergamaa woyyichatti murteesse; Waaqi Ol Aanaan mootummoota namootaa irratti mootii akka te'e, mootummoota sanille nama ifii jaalateef akka kennu, worra gad anaa isaan irratti bulchitoota akka godhu, kolbaan marti akka beettuuf tun teete» jedhee natti dubbate› jedheen.