Daniel 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha jabaafi waan mama ka Waaqi guddaani na garsiise ka anini amma isaniti himu ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan maalale'eetii fi hujii baasaa ka Rabbiin maraa olii naa godhe isinitti himuu barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bilbaasaa fi maadee ka Waaqi Ol-Aanaan naaf huje isinitti himuu fedha.