Daniel 4:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti oobjuuni sunini d'ooftu tana, ee hayyicha, ammalle wonti Waaqi guddaani si tolcha jed'e buufate tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii kiyya! hiikkaan isaa kana wonti Rabbiin maraa olii si'ii mootii gooftaa kiyyaa irratti akka raawwatamuuf murteesse kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee mooticha, kun ajaja Waaqi Ol Aanaan si mooticha goottaa kiyyatti dubbate; hiikkaan oojju'uulle ta asii gad jirtu.