Daniel 4:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma, ee hayyicha gorsa kiyya ch'aqasi, fud'ad'i. Ch'ubbu lakisi, waan dansaa tolchi, hiyyeesale nahi, duuba atini horteeti bulta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootii kiyya! waan ani si gorsu dhagayi; cubbuu hojjachuu dhiisii hennaa maraa waan mishaa hojjadhu; hammeenna dhiisii namoota hucuucamanii garaa laafi; yoo waan kana goote maal laataa ati nagayaan umurii dheeraa jiraachuu dandeetta ta'aa» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ee mooticha, gorsa kiyya fudhadhu. Cubbuu hujiisa lakkisiitii waan sirrii te'e huji; hantuu hujiisaa lakkisiitii worra gad qabameef marari; yoo tana goote barri ati nageyaan leetu siif hin dheerata» jedhe.