Daniel 4:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jii kud'ani lama hobaanaani Nebukadrezani, ato mana isaa ka Babiloni gubbaa deemu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'oota kudha lamaan maayessa mootichi gamoo mana mootummaa Baabiloonii keessa jiru irra deddeema'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a kudhanii lamaan duuba gaafa tokko mootichi mana mana irratti ijaarrame gubbaa irra deddeebi'aa adoo jiruu,