Daniel 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi Waaqi na garsiise akami gudda! Wonti mama ka inni tolche akami guddo! Waaqi hayyu haga jiru jireenna ch'ufa jiru; ka ammalle hojja ch'ufa jiru ka ammalle hojja ch'ufa lafa fidu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maalaleen Rabbi namatti mudhisu attam gudda'a! hujiin maalale'ee ka inni raawwatu maalalchiisa'a! Rabbi baraa haga bara baraa mooti'i, mootummaan isaa dhuma hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bilbaasi isaa attam attam gudda'a! Maadeen isaa attam attam jaddu'u! Mootummaan isaa ta bara baraa ti; inni dhalootaa haga dhalootaatitti bulcha.