Daniel 4:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Diri guddaani kunini ch'ufti Babiloniniti? Ka anini irre tiyyaani jaare, keesa qubad'e, guddinnaafi jabeenna kiyya garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi «Baabiloonii guddoo tana ta mootonni keessa jiraatanii fi qachaa guddoo taatee ulfinninii fi gaachenni kiyya akka keessatti mudhatu ka baallii kiyyaan hojjate anaa mii?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tun Baabilonii guddittii ta ani addee teessoo mootummaa tiyyaa akka teetuuf, ulfinna arnya kiyyaatiif, jabeenna hunna tiyyaatiin ijaaree motii ree?» jedhe.