Daniel 4:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
namaani gargari si baasani bineensani wolti si galchani, duuba ganna torba atini aka karaaba buuyo nyaatta. Duuba aka Waaqi guddaani lafafi namale ch'ufa fide finna isiile ch'ufa nama fed'u kennu hubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati banii keessaa ari'amtee bineensa bosonaa woliin jiraatta; haga woggaan torbaa sun lufutti akka sanga'aa marga dheedda; sababaan wonti kun ta'uuf akka ati akka Rabbiin maraa olii mootota lafaa irratti baallii qabuu fi mootummaa kee maraa nama barbaadee akka kennu haga hubattu'uuf» jedhu samii irraa dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati kolbaa keessaa ari'antee, bineensota woliin hin leeta; akka hori'ii marra hin dheedda; Waaqi Ol Aanaan mootummoota namootaa irratti mootii akka te'e, mootummoota sanille nama ifii jaalateef akka kennu, haga beettutti woggaan torba hin dabarti» jedhe.