Daniel 4:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini suni hojuma suni guutamte. Nebukadreza namaani gargari baasani, inni alati gale, aka karaaba buuyo nyaate. Fiit'eesi nafa isaa jiise, rifeensi isaa guddate dabbasae koola risa fakaate, qeench'i isaleeni d'ed'eerate qeench'a allaati fakaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtiin yoma san Nabukadanatsooriin irratti raawwate; kanaaf inni banii keessaa hin ari'ame; akka sanga'aatittillee marga dheede; fixeensa samii irraa bu'een nafti isaa shame; rifeensi mataa isaa akka koola bajjaa guddate; qeensi isaallee akka qeensa allaatti'ii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san wonni Nebukadnezaar irratti dubbatante muummotte; inni kolbaa keessaa ari'amee akka hori'ii marra dheede; haga rifeensi isaa akka koola risa'aa dhedheeratutti, qenci isaalle akka qeenca allaatti'ii haga te'utti, nafi isaa fixeensa ol-gubba'aatiin jiidhe.