Daniel 4:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa womatu indaru, malaikaani gubbatiifi nami lafaleeni ch'ufti finna isaa jalati bula. Nami woi isani morme, Atini maani taata? jed'e gaafatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin lafa irra jiraatan maruu isa afo'otti akka huubaati; maleekkota sami'iitii fi banii lafa irra jiraatan maraa irratti waan barbaade godhuu danda'a; akka inni fedha ufii hin raawwanne ka isa dhoogguu danda'u yookaan ka maal godha'aarta isaan jedhu tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan lafa irra leetu duudiin, woyittuu hin laakkowantu; inni ergantoota ol-gubba'aatii fi kolbaa lafa irra leetu duudii irratti waan fedhe hin godha; harka isaa hujii irraa ka dhooggu, yookiin waan inni huju ka isa gaafatu tokkolle hin jiru.