Daniel 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nama qaqaro Babiloni ch'ufa wolti yaame, waan oobjuuni suni d'ooftu gaafad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani akka hiikkaa eebju'uu natti himan ogeeyyii biyya Baabiloonii maraa gara kiyya akka dhufan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf qarooleen Baabilonii duudiin gara kiyya dhufanee hiikkaa oojju'uu akka natti himanu ajaje.