Daniel 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Danielini d'ufe. (Isaa maqa waaqa kiyya gula maqa d'ibi Belteshaza iti baasani.) Inni lubbu waaqoota qulqullo qaba tanaafi anini oobju tiyya iti hime. Anini waan jed'eeni:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daani'eeliin maqaa Waaqa kiyyaa ka Bilxaasoor jedhamuun waamamu na bira seene; namni kun nama hafuurri waaqolee woyyu'uu irra jiru; ani eebjuu eebjodhe akkana jedhee isatti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daani'el ka waaqota kiyya keessaa akka tokkootitti ‹Belxishaazaar› jedhamee moggaafame, ol seenee na dura dhaabate; isa keessa ayyaana waaqota woyyootaatitti jira; tanaaf ani oojjuu tiyya isatti himee,