Daniel 4:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Belteshaza, gudda worra wohimu, anini imbeekha, aka lubbuuni waaqoota qulqullo si keesa jirtu, ammalle aka atini waan d'ossani ch'ufa beetu. Oobjuuni tiyya tana: Waan isiini d'ooftu naati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Bilxaasoorii bulchaa ogeeyyi'ii ayyaanni waaqolee woyyu'uu waan si irra jiruuf wonti si jalaa dhokatu akka hin jirre hin beeka; amma eebjuu eebjodhe sitti himaa naa hiiki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ee, Belxishaazaar sooressa worra xanuu, ayyaanni waaqota woyyootaa si keessa akka jiru ani hin beeka; dhossaan takkaalle si hin rakkittu; kunoo oojjuu oojjadhe sitti hima naa hiiki.