Daniel 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyitini dubbi hayyutifi ta jara isaa d'ageete jennaani, fulla mana jila suni d'ufte waan jette, ee hayyicha, lubbu buli! Akana mudamte, lubbuuni si ind'ufini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati mootichaa ta dur mootittii turte woca mootichaatii fi ka worra baallii qabuu dhageettee gara hulee affeerraan jiruu san ol seentee mootii kiyya! baraa haga bara baraa jiraadhu! waan kana irratti hagana mara hucuucamtee fuulli kee gurraachatuu hin barbaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati mootichaa qoonqoo mootichaatii fi qondaaltota isaa yennaa dhageette, gara addee jilaa ol seentee, «Ee mooticha, haga bara baraa le'i! Hin raafamin; fuulli keetille hin jijjiiramin!