Daniel 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qalbifi qarooma gudda qaba, waan oobjuuni d'ooftule ch'ufafi hiimpofi dubbi nami imbeenne ta d'ossale ch'ufa hima; tanaafi namicha Danieli jed'ani, ka hayyuuni Belteshaza jed'uuni, yaami, isati dandae t'aafi tanaafi waan isiini jettule siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ogeessaa fi nama qaroo mala beeku, ka eebjuu hiiku, ka hibboo hiikuu fi ka waan dhossa'aa maraa ifa baasee namatti himuu danda'u; kanaafuu nama san ka abbaan kee Nabukadanatsoor Bilxaasoor jedhee maqaa itti baase Daani'eeliin waamsisi inni waan kana maraa hiikee sitti himaa» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sun Daani'el ka mootichi, ‹Belxishaazaar› jedhee moggaase; inni oojjuu hiikiisaaf, hiibboo hiikiisaaf, waan dhossa'aa mudhisiisaaf, ayyaana dansaa beekkumsaa fi hubantii nama qabu; inni barreeffama san dubbisee, hiikkaa isaa himiisa waan dande'uuf, isa waansis» jette.