Daniel 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojuma suni Danieli fulla hayyutini d'ufani, hayyichi waan jed'eeni, Namichi gosa Yahudi, ka Danieli jed'ani, ka abbaani kiyya boojie armaani d'ufe sii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Daani'eel yoosuu gara mootichaa dhufe; mootichi isaan akkana jedhe, «Worra Yihuuda'aa keessaa ka abbaan kiyya Nabukadanatsoor booji'ee fide namni Daani'eel jedhamu si'ii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daani'el mooticha duratti dhikeessane; mootichille Daani'eliin, «Ati worra Yihuda'aa ka abbaan kiyya mootichi biyya Yihuda'aatii booji'ee fide keessaa tokkoo?