Daniel 5:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Danielini waan jed'eeni, Waan naa kennu feetu suni qabaad'ad'i, yokhaani nama d'ibii kenni, anini infed'u. Ammo ee hayyicha, anini waan t'aafani sii soome waan isiini jettule siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daani'eelillee, «mootii kiyya! kennaan sun keetuma haa ta'uu; badhaasallee nama biraatii kenni; ani garuu barreeffama kana dubbisee hiikkaa isaa sitti hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daani'el deebisee, mootichaan, «Kennansi keeti si'umaaf hafuuti, badhaasa keetille nama dhibi'iif kenni. Ani ammoo barreeffama si mootichaaf dubbisee, hiikaa isaalle sitti hin beessisa.