Daniel 5:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni akasi guddinna argatefi nami gosa gosatifi ka d'aloota d'alootatifi ka afaani afaani dubbatuleeni ch'ufti sodaate isa durati hollate. Inni nama fed'u ijeese, ka fed'u lakisa, nama fed'u guddinna kenne ka fed'u iraa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan guddisee gurra bayeef baniin biyyoota gara garaa keessa jiraatanii fi gofti afaan gara garaa dubbatan maruu sodaatanii isa afo'otti hollata'aa turan; inni ka barbaade ajjeesuu hambisuu muudu'uu fi ka hin barbaanne ammo buusuu danda'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa Waaqi guddinna isaaf kenneef, kolbaan hedduun, gosi biyya adda addaa, kolbaan afaan adda addaa dubbattu martinuu sodaattee, fuula isaa duratti hollatte; inni worra ijjeesuu barbaade ijjeese; worra hamburuu barbaade hambure; worra ulfeessuu barbaade ulfeesse; worra gad qabuu barbaade gad qabe.