Daniel 5:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni kiyyibe, naasu d'abe garaa jabannaani barch'uma isaa ka hayyuma iraa buusani guddinna d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu inni hennaa ka uf jaju, morkata'aa fi gar jabeessa ta'e ulfinninii fi baalliin isaa isa irraa fudhatamee teessoo ulfinnaa irraa bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni kooree, mataa jabaate ammoo, barcumaa mootummaa ifii irraa bu'ee, ulfinni isaalle isa irraa fudhatame;