Daniel 5:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, ilmi isaa, ato waan kana beetele garaa illaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee Bilxaasoor ilma isaa taatee waan kana maraa uduu beettu gad uf qabdee gara laafummaa hin mudhifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Atille Belshaazaar ilmi isaa tana mara adoo beettuu, ifi gad hin qanne;