Daniel 5:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Waaqi harka dubbi tana t'aafe ergeefi tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa sababaan Rabbi qubbiin quba harka namaa fakkaatu ergee akka jechoota kanniin barreessan godheef kanaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqi harka barreeffama san barreesse erge.